Mallattoolee fedhii kormaa sa'ootaa 1,Ni marratu 2,Horii birootirra koru 3,Yoo horiin biroo irra kore jala dhaabbatu 4,Amma amma fincaa'u 5,Fedhii nyaataa ni hirrisu 6,Kan elmaman yoo taate aannan ni hirristi 7,Dhangala'aa adii dhangalaasti
Подписчики: 301
Онлайн: 5
Тип: supergroup
Язык: om