Yeroo rakkinaatti, hawaasan keessaa baheef birmadhee cinaa dhaabachuudhaan humnaafi beekumsan qabu maraan utuu of hin qusatiiniifi itti hin dhibaa'iin roorroosaa irraa qolachuuf hin tattaafadhu yoon ta'e maalidha hiikti namummaa koo?
Подписчики: 47
Онлайн: 4
Тип: supergroup
Язык: om
Yaa'ii moora DMU kutaa A/Oromiffaa keessatti, Gareen keenya barumsa Ortodaksawaa fi ergaa Ym DMU irratti walitti dhufeenya cimsuuf waliin hojjachaa jirra. Barumsa keenya dabalataan
**Garee Aartii Fi Og-barruu Jimmaa** Gareen aartii fi og-barruu Jimmaa, hundaa’eef baga nagaan dhufte! As keessatti, aartii fi kennaa addaa akka baastanii ibsattuuf